danuu
Appearance
kanaslaali : wacaqa, aaddanee, hedduu
Afaan Oromoo
Jechi danuu jedhu jecha durjireessa afaan Oromoo kan Oromdurooti. Bakka tokko tokkotti Danee jedhamees ni beekama.
Maqibsii
danuu (ibsa maqaa baay'inaa)
Fakkeenya - Oromoon danuu dha.
Dabalgochima
danuu (dabalgochima lakkoofsaa)
- Jechi danuu jedhu ibsa xumuraa yookiin dabalgochima yeroo ta'u baay'ina gochaa sanaa ibsuuf fayyada.
Fakkeenya - Goonni diina danuu fixe.
- Faallaa
- Dhalatoo jechaa